Journal article Open Access
SHIMALLIS XAAFAATIIN
{
"files": [
{
"links": {
"self": "https://nadre.ethernet.edu.et/api/files/82a5fd08-24bf-4096-ad87-299fefc9685a/AFSEENAAWWAN%20BAKKEEWWAAN%20SEENAAFI%20AADAA%20QABEEYYII.pdf"
},
"checksum": "md5:bde47cbf0b045c09a6e462ef5fd0fa44",
"bucket": "82a5fd08-24bf-4096-ad87-299fefc9685a",
"key": "AFSEENAAWWAN BAKKEEWWAAN SEENAAFI AADAA QABEEYYII.pdf",
"type": "pdf",
"size": 11334357
}
],
"owners": [
47
],
"doi": "10.20372/nadre:6297",
"stats": {},
"links": {
"doi": "https://doi.org/10.20372/nadre:6297",
"conceptdoi": "https://doi.org/10.20372/nadre:6296",
"bucket": "https://nadre.ethernet.edu.et/api/files/82a5fd08-24bf-4096-ad87-299fefc9685a",
"conceptbadge": "https://nadre.ethernet.edu.et/badge/doi/10.20372/nadre%3A6296.svg",
"html": "https://nadre.ethernet.edu.et/record/6297",
"latest_html": "https://nadre.ethernet.edu.et/record/6297",
"badge": "https://nadre.ethernet.edu.et/badge/doi/10.20372/nadre%3A6297.svg",
"latest": "https://nadre.ethernet.edu.et/api/records/6297"
},
"conceptdoi": "10.20372/nadre:6296",
"created": "2025-05-12T13:27:32.132160+00:00",
"updated": "2025-07-17T15:54:49.388921+00:00",
"conceptrecid": "6296",
"revision": 3,
"id": 6297,
"metadata": {
"access_right_category": "success",
"doi": "10.20372/nadre:6297",
"description": "<p>Kaayyoon qorannoo kanaa Afseenaa bakkeewwaan Seenaafi Aadaa qabeeyyii Aanaa Giraar Jaarsoo irratti kan xiyyeeffatamee qaacceffameedha. Xiyyeeffannoon qorannoo kanaas maalumma afseenaa bakkeewwanii, faayidaafi hiika Afseenaa hubachuudha. Haaluma kanaan xiinxala Afseenaa bakkeewwaan Seenaa fi Aadaa qabeeyyii kanaaf malli qo"atichi itti gargaarame mala akkamtaa yookaan qulqulleeffataati. Mala kanaan odeeffannoo madda raga duraa fi madda raga lammaffaa irraa argaman kan kaayyoo qorannichaa galmaan gahu jedhamanii funaanamanii walsimsiisun itti gargaaramee jira. Akkasumas, Afseenaa bakkeewwan Seena fi Aadaa qabeeyyii Aanaa Giraar Jaarsoo keessatti haali itti asgahee Abbootii Gadaa, Manguddoota, beektoota fi Ogeesoota adda addaa irratti bu"uureeffachuun ibsee jira. Itti dabaluun qabiyyee gurguddoon qo"atichi irratti hunda"ee, maalumma Afseena bakkeewwan seena fi aadaa qabeeyyii Aanaa Giraar jaarsoo keessatti argamaan eegumsa, kunuunsa fi hojiin beeksisa fi haali itti as gahee fi Afseewwaan isaa maaliin akka wal-qabatu kan ibsamaan yoo ta"uu, qorannoo kana keessatti akka waliigalatti wanti hubatame uummanni annicha qabsoo walirraa hin cinne taasisa Aadaa, Seenaa, duudha isaa eege, kunuunse fi hojii kabajaa isaa fi beeksiisuun dhaloota dhalootati dabarsa dhaloota haara dhalchise asiin gahee jira. Kunis Afseenaa Aannicha keessatti Asfeena Holqa Riqicha poorchuugaal,Jaldeessa Ganda Warxuu, Holqa Dabbis, Holqa Bolloo iddoo hawwata turizimii ta"ee afseenaan isaani karaa adda ta"ee dhaloota kana bira waan gaheef dhaloonni haara eegee, kunuunse, hojii beeksisa hojjechuun dhaloota boruuf dabarsu. Irreecha Laga Daannisa waggaa sadii as bakka uuma ganama sanitti waan deebi"eef amma karaa guutu ta"een hirmanna hawaasa hunda kan barbadu fi taateewwan naannoo sanitti raawwatame, Tulluu Salaalee (maqaa biyyaa moo maqaa latiinsa gosa kan jedhu ilaalchise maqa gosaa ta"uu isaa) fi dhugeeffannoo naannoo sanii kan ta"ee Re"ee yookiin hoola marsa kan jedhu karaa guutu ta"een qorannichi of keessati qabata. Kanaafuu, afseenaan uummata kanaaf kuusaa beekumsa gadi fagoo, ibsituu Aadaa, seena, duudha, Afaan fi calaqistuu uummaticha karaa guutuun tursiisee jechuun ni danda"ama.</p>",
"license": {
"id": "cc-by"
},
"title": "AFSEENAAWWAN BAKKEEWWAAN SEENAAFI AADAA QABEEYYII GODINA SHAWAA KAABAA",
"relations": {
"version": [
{
"count": 1,
"index": 0,
"parent": {
"pid_type": "recid",
"pid_value": "6296"
},
"is_last": true,
"last_child": {
"pid_type": "recid",
"pid_value": "6297"
}
}
]
},
"communities": [
{
"id": "slu"
},
{
"id": "zenodo"
}
],
"publication_date": "2025-05-12",
"creators": [
{
"name": "SHIMALLIS XAAFAATIIN"
}
],
"access_right": "open",
"resource_type": {
"subtype": "article",
"type": "publication",
"title": "Journal article"
},
"related_identifiers": [
{
"scheme": "doi",
"identifier": "10.20372/nadre:6296",
"relation": "isVersionOf"
}
]
}
}
| All versions | This version | |
|---|---|---|
| Views | 0 | 0 |
| Downloads | 0 | 0 |
| Data volume | 0 Bytes | 0 Bytes |
| Unique views | 0 | 0 |
| Unique downloads | 0 | 0 |