Thesis Open Access

DHAABBATA QO'ANNOO AFAANIIFI GAAZEXEESSUMMAATTI MUUMMEE AFAANIIFI OGBARRUU OROMOOTTI QORANNOO BARNOOTA DIGIRII LAMMAFFAA GUUTTACHUUF QOPHAA'E

LAMMII BALLAXAA


Citation Style Language JSON Export

{
  "DOI": "10.20372/nadre:14982", 
  "author": [
    {
      "family": "LAMMII BALLAXAA"
    }
  ], 
  "issued": {
    "date-parts": [
      [
        2017, 
        10, 
        10
      ]
    ]
  }, 
  "abstract": "<p>&nbsp;LAMMII BKaayyoon qorannoo kanaa xiinxala aadaa fuudhaafi heeruma sabbatmarii godina wallagga bahaa aanaa Gidda Ayyaanaa irratti kan xiyyeeffatedha. Mata duree kanarratti qorannoo gaggeessuuf kan qorataa kakaase, inni jalqabaa aadaan fuudhaafi heeruma sabbatmarii sababoota garagaaraan haala duraa irraa maqee waan jiruuf qoratan immoo qorannoo gaggeessuun adda baasuudha. Inni biraan immoo kanaan dura mata duree kana irratti qorannoon bifa qindaa&rsquo;een qoratamee taa&rsquo;e dhabamuu isaa yoo ta&rsquo;u, muuxannoo qabu irraa aadaa fuudhaafi heeruma sabbat marii dhaloota dhufuuf akka ka&rsquo;umsa ta&rsquo;u bifa barreeffamaan galmeessee kaa&rsquo;uufi akkasumas, qorannoowwaan kanaan dura waa&rsquo;ee fuudhaafi heerumaa irratti hojjetaman adeemsaafi gosoota fuudhaafi heerumaa adda addaatu hojjetame malee xiinxala aadaa fuudhaafi heeruma sabbat marii aanaa giddaa ayyaanaa irratti kan hojjetame hin jiru. Sababa kana irraa ka&rsquo;uudhaan mata durichi qorannoodhaaf yoo filatamu qorannoon kun qoratamee akka bu&rsquo;aa buusuuf Odeeffannoo kennitoonni qorannoo kana irratti hirmaatan jaarsolii, haadholii, shamarraniifi dargaggoota aanaa giddaa ayyaanaa keessa jiraatan keessaa ammaa iddaatteessuu miti carraa itti fayyadamuun filatamanii jiru. Kaayyoon qorannoo kanas aadaa fuudhaafi heeruma sabbat marii godina wallagga bahaa aanaa gidda ayyaanaa xiinxaluu yoo ta&rsquo;u, gooroowwan afoolaa aadaa sabbatmarii keeessatti argaman xiinxalamaniiru. Akkasumas meeshaaleen aadaa fuudhaafi heeruma sabbatmarii keessatti argaman ergaa maalii akka dabarsa bira ga&rsquo;ameera. Dabalatanis,sababoota fuudhaafi heerumni sabbatmarii gaggeeffamuu qorannoon ifoomeera. Qorannoon kun yeroo gaggeeffamee odeeffanno kennitoota irraa bifa afgaaffiifi marii garee taasisuun odeeffannoo qubsaa ta&rsquo;e argameera. Ragaaleen malleen kanaan funaanaman xiinxalamuun dhi&rsquo;aataniiru. Argannoowwan gurguddoo qoraqnnoo kanaa akka ibsanitti aadaan fuudhaafi heeruma sabbat marii aanaa giddaa ayyaanaa gama warra gurbaan dursi milkiin akka ilaalama bira gahameera. Aadaa kana keessatti warri intalaa yoo didan ykn intalli yoo dide miidhaa akka irraan gahu hubatameera. Kanamalees, sababoota fuudhaafi heerumni sabbatmarii gaggeeffamuuf bira gahameera.ALLAXAA</p>", 
  "title": "DHAABBATA QO'ANNOO AFAANIIFI GAAZEXEESSUMMAATTI  MUUMMEE AFAANIIFI OGBARRUU OROMOOTTI  QORANNOO BARNOOTA DIGIRII LAMMAFFAA GUUTTACHUUF  QOPHAA'E", 
  "type": "thesis", 
  "id": "14982"
}
0
0
views
downloads
All versions This version
Views 00
Downloads 00
Data volume 0 Bytes0 Bytes
Unique views 00
Unique downloads 00

Share

Cite as