Thesis Open Access

XIINXALA RAAWWII ABAARSAA OROMOO SIIKOO-MANDOO KAN GODINA BAALEE AANAA GOOBBAA

ABARRAA ASKAALAA


MARC21 XML Export

<?xml version='1.0' encoding='UTF-8'?>
<record xmlns="http://www.loc.gov/MARC21/slim">
  <leader>00000nam##2200000uu#4500</leader>
  <datafield tag="502" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="c">Madda Walabu University</subfield>
  </datafield>
  <controlfield tag="005">20250721092109.0</controlfield>
  <controlfield tag="001">10855</controlfield>
  <datafield tag="700" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="u">Madda Walabu University</subfield>
    <subfield code="4">ths</subfield>
    <subfield code="a">DR.  BAATUU  IJAARAA</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="856" ind1="4" ind2=" ">
    <subfield code="s">772930</subfield>
    <subfield code="z">md5:c52b74b808eba55a7268d86fcc696c4d</subfield>
    <subfield code="u">https://zenodo.org/record/10855/files/ASKALE ABARA FINAL THESIS FINALIZED.pdf</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="542" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="l">open</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="260" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="c">2021-06-22</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="909" ind1="C" ind2="O">
    <subfield code="p">user-mwu123-un</subfield>
    <subfield code="o">oai:zenodo.org:10855</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="100" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="u">Madda Walabu University</subfield>
    <subfield code="a">ABARRAA ASKAALAA</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="245" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="a">XIINXALA RAAWWII ABAARSAA OROMOO SIIKOO-MANDOO KAN GODINA BAALEE AANAA GOOBBAA</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="980" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="a">user-mwu123-un</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="540" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="u">http://www.opendefinition.org/licenses/cc-by</subfield>
    <subfield code="a">Creative Commons Attribution</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="650" ind1="1" ind2="7">
    <subfield code="a">cc-by</subfield>
    <subfield code="2">opendefinition.org</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="520" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="a">&lt;p&gt;Axereeraa&lt;/p&gt;

&lt;p&gt;&amp;nbsp;&lt;/p&gt;

&lt;p&gt;Kaayyoon qorannoo kanaa haala adeemsa raawwii abaarsaa hawaasa Oromoo keessa jiru kan xiinxalu yoo ta&amp;rsquo;u innis godina Baalee Aanaa Goobbaa irratti kan xiyyeeffateedha.Qorannoon kun haala adeemsa raawwii abaarsaa haala qindoomina qabuun dhaloota itti aanuuf kan dabarsuu fi namoota dhimma kana irratti dabalata qorannoo gaggeessuu barbaadan hundaaf yaada ka&amp;rsquo;uumsa ta&amp;rsquo;uun nigargaara. Qorannoon kun mala qorannoo ibsaarratti bu&amp;rsquo;uureffate kan gaggeefameedha. Kanaafuu, saxaxni qorannichaas mala ibsati. Qorannoo kana keessatti, qorattuun iddattoo miti-carraatti dhimma baatee jirti. Kunis namoonni qorannoo kanaaf akka odeeffannoo akka kennan filataman tooftaalee iddatteessuu adda addaatin kan filataman osoo hintaane dhimma haala raawwii abaarsaa irratti kan beekumsa qabaniifi fedhii isaanitiin kan odeeffannoo kennuu danda&amp;rsquo;an filatamanii jiru. Haaluma kanaan qorannoo kana bifa saayinsaawaa ta&amp;rsquo;een hojjechuuf yaadni beektotaa dhimmoota qorattuun qaaccessiteen walqabatan sakatta&amp;rsquo;amanii jiru. Akkasumas malleen qorannoo jalatti odeeffannoon madda jalaqabaa kan ta&amp;rsquo;an namoota hawaasa aanichaa keessaa filatamanirraa afgaaffii fi marii garee xiyyeeffataatin argamuun funaanamani jiru. Kunis yeroo af-gaaffitis ta&amp;rsquo;ee yeroo marii garee xiyyeeffataa namoota aanaa eerame kana keessaa filatamirraa haaluma gaaffiilee qophaa&amp;rsquo;anitiin odeefannoon irraa funaannamee jira. Namoota aanicha keessaa jiran hundarraa odeeffannoo guurrachuun waan hindanda&amp;rsquo;amneef mala iddattoo akkayyootiin namoon shan afgaaffifif akkasumas namoon shan marii garee xiyyeeffataaf hirmaattota ta&amp;rsquo;anii jiru. Ragaan funaaname jechaan waan ta&amp;rsquo;eef, jechumaan hiikamee mala qulqulleeffataatiin hiikamee ibsame.&lt;/p&gt;

&lt;p&gt;&amp;nbsp;&lt;/p&gt;

&lt;p&gt;Waantonni qaaccessa kanaan adda ba&amp;rsquo;anis: unkaa abaarsi ittin mullatu, yoomessa abaarsaa, adeemsa abaarsi ittiin geggeeffamu, gullantaa kaawwachuufi dhimmoota abaarsisaniidha. Qorattuun haaluma kaayyoo isheetin bu&amp;rsquo;aa qorannoo kanaa ta&amp;rsquo;anii kan mullatan: dhimmoota sababa, aadaafi safuu hawaasaa kanaa faana hindeemneef abaarsaan balaaleffataman, unkaa abaarsi ittiin dhiyaatu walaloofi hololoo ta&amp;rsquo;ee waanti barreeffamaan qindaa&amp;rsquo;ee taa&amp;rsquo;e dhibuu, yeroo abaarsi itti geggeeffamu: ganama ganama afaan buleen, guyyoota torbani ke&amp;nbsp; &amp;nbsp;1essaa: kibxata, Kamisa, Sanbataafi Dilbata. Akkasumas guyyaa ayyaana filatametti ni adeemsifama. Bakki abaarsaaf adda ba&amp;rsquo;es bakka akka aadaa hawaasa Oromootti bakka filatame ta&amp;rsquo;ee innis bakka kadhanaan Waaqaa keessa&amp;rsquo;uu korma itti qaluudhan itti gaggeeffamuti. Kaayyoon guddaan hawaasni abaarsatti dhimma ba&amp;rsquo;uf, waaqni dhugaa abbaa qabuuf murtii yakkamaatti kennee dhugaa abbaa qabuuf ifa baasee, qabatamaatti hawaasni argee gocha abaarsisu akka hindalagneef ittiin hubachiisuudha. Kanaafuu, qaamni dhimmi kun ilaallatu hunduu dhuudha kana seeran qindeessun dhalootaf dabrsuun barbaachisaadha. Kana malees, jechoonni raawwii abaarsaa keessatti hawaasni dhimma itti bahuufi waluma galatti haalli adeemsa raawwii abaarsaa bifa qindaa&amp;rsquo;aa ta&amp;rsquo;een osoo taa&amp;rsquo;ee baay&amp;rsquo;ee gaarii ta&amp;rsquo;a.&lt;/p&gt;

&lt;p&gt;&amp;nbsp; &amp;nbsp; &amp;nbsp; 1&lt;/p&gt;</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="773" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="n">doi</subfield>
    <subfield code="i">isVersionOf</subfield>
    <subfield code="a">10.20372/nadre:10854</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="024" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="a">10.20372/nadre:10855</subfield>
    <subfield code="2">doi</subfield>
  </datafield>
  <datafield tag="980" ind1=" " ind2=" ">
    <subfield code="a">publication</subfield>
    <subfield code="b">thesis</subfield>
  </datafield>
</record>
0
0
views
downloads
All versions This version
Views 00
Downloads 00
Data volume 0 Bytes0 Bytes
Unique views 00
Unique downloads 00

Share

Cite as