Thesis Open Access

Xiinxala Qabiyyee Barnoota Gadaa Kitaaba Barataa Kutaa 8ffaa

Duubee Diidootiin Naboo


Dublin Core Export

<?xml version='1.0' encoding='utf-8'?>
<oai_dc:dc xmlns:dc="http://purl.org/dc/elements/1.1/" xmlns:oai_dc="http://www.openarchives.org/OAI/2.0/oai_dc/" xmlns:xsi="http://www.w3.org/2001/XMLSchema-instance" xsi:schemaLocation="http://www.openarchives.org/OAI/2.0/oai_dc/ http://www.openarchives.org/OAI/2.0/oai_dc.xsd">
  <dc:creator>Duubee Diidootiin Naboo</dc:creator>
  <dc:date>2022-09-13</dc:date>
  <dc:description>Sababni qorataan qorannoo kana akka gaggeessuuf isa kakaase xiinxala qabiyyee barnoota Gadaa kitaaba barataa kutaa 8ffaa irratti yeroo barnoonni barataaf kennamu rakkooleen kanneen akka qabiiyyee barnootaa kennamu Godinaalee Oromiyaa hunda giddugaleessa kan godhatee miti, aadaan kitaabicha gadaa kutaa 8ffaa keessatti ibsame kan naannoo Gujiifi Boorana qofa irratti xiyyeeffachuu, loqoda naannoo Booranaa fi Gujii irratti bu’uureeffachuu, seeraan hojiirra ooluudhaafi walumaa galatti kitaabin gadaa kutaa 8ffaa hanqina giddugaleessummaa Godinaalee Oromiyaa hundaa eeguu dhabuu isaati. Kaayyoon guddaan qorannichaa hanqinaalee mul’atan kanneen addaan baasee xiinxaleera.Qorataan mala qorannoo ibsaatti dhimma bayee kitaaba Gadaa kutaa 8ffaa sakatta’ee jira.Adeemsa qorannoo kanaa keessatti iddattoon mala akkayoo hojiirra oolee jira. Meeshaaleen odeeffannoon ittiin funaanamanis sakatta’a dokimentii yoo ta’u, odeeffannoon malleen kanaan walitti qabaman mala qorannoo qulqulleeffataa yookiin akkamtaa fayyadamuun mala qorannoo ibsaatiin xiinxalameera jira. Haaluma kanaan ragaaleen xiinxalaman akka agarsiisutti, qabiyyeen kitaaba gadaa, loqoda, jechoonni itti gargaaramee, fakkiisi suuraaleen achi keessatti caqafaman Godinaalee hunda giddugaleessa kan hingodhanne ta’uu xiinxalamee jira. kitaabin gadaa qabiyyee akkamitiin akka eegale, haala kitaabin ittiin maxxanfame, qabiyyeen isaa akkamitti akka qophaa’e, xiinxalamee jira. Haaluma walfakkaatuun, babal’ina amantaa jiraachuu irraa kan ka’e hawaasichi gara amantaa hordofutti waan jiraniifi ammayyummaan baba’achuu irraa kan ka’e itti fayyadama sirnichaa laaffisaadhufeera.Qaamoleen dhimmi isaanilaallatu,qopheessota sirna barnoota gadaa irraa eegalee qamoleen barnoota irratti hojjetan sadarkaa sadarkaan kan jiraniifi hayyoonnii gadaayeroo yeroon qabiiyyee barnootaa kanneen madaaluu,hordoffii walirraa hin cinne gochuufi foyyaa’insa qorannaan deeggarame osoo godhanii gaariidha.
3</dc:description>
  <dc:identifier>https://zenodo.org/record/10799</dc:identifier>
  <dc:identifier>10.20372/nadre:10799</dc:identifier>
  <dc:identifier>oai:zenodo.org:10799</dc:identifier>
  <dc:relation>doi:10.20372/nadre:10798</dc:relation>
  <dc:relation>url:https://nadre.ethernet.edu.et/communities/mwu123-un</dc:relation>
  <dc:rights>info:eu-repo/semantics/openAccess</dc:rights>
  <dc:rights>http://www.opendefinition.org/licenses/cc-by</dc:rights>
  <dc:title>Xiinxala Qabiyyee Barnoota Gadaa Kitaaba Barataa Kutaa 8ffaa</dc:title>
  <dc:type>info:eu-repo/semantics/doctoralThesis</dc:type>
  <dc:type>publication-thesis</dc:type>
</oai_dc:dc>
0
0
views
downloads
All versions This version
Views 00
Downloads 00
Data volume 0 Bytes0 Bytes
Unique views 00
Unique downloads 00

Share

Cite as