Thesis Open Access

QAACCESSA AF WALALOO GEERARSA OROMOO BAALEE: XIYYEEFFANNAA AANAA BARBAREE

KATAMAA ALMAAZ


Dublin Core Export

<?xml version='1.0' encoding='utf-8'?>
<oai_dc:dc xmlns:dc="http://purl.org/dc/elements/1.1/" xmlns:oai_dc="http://www.openarchives.org/OAI/2.0/oai_dc/" xmlns:xsi="http://www.w3.org/2001/XMLSchema-instance" xsi:schemaLocation="http://www.openarchives.org/OAI/2.0/oai_dc/ http://www.openarchives.org/OAI/2.0/oai_dc.xsd">
  <dc:creator>KATAMAA  ALMAAZ</dc:creator>
  <dc:date>2019-08-13</dc:date>
  <dc:description>Axereeraa

 

Qorannoon kun qaaccessa afwalaloo geerarsa Oromoo Baalee: xiyyeeffannaa Aanaa Barbaree yoo ta’u kaayyoo gooroon qorannichaas ergaa afwalaloo geerarsi gootota Baalee qabu xiinxaluudha. Qorattuun mala qorannoo akkamtaatti kan gargaaramte yoo ta’u ragaaleen walitti qabaman jechaan qaacceffamaniiru Malli iddatteessuu qorannoo kanaa dhimma itti bahame iddatteessuu miti carraa ta’ee, iddatteessuu akkayyoo fi darbaa dabarsaadhaan odeeffannoon walitti qabame qaacceffameera. Meeshaaleen odeeffannoon ittiin guurames afgaafii, sakatta’a galmee fi daawwannaadha. Argannoon ijoon qorannoo kanaas sirnoota darban keessa ummanni Oromoo cunqursaan irra turuu fi barri sunis bara Janaaddee fi bara dhoombir jedhamuu isaa akkasumas isaa asis dhiibbaan ummata Oromoo irraa kan hin fagaanne ta’uu agarsiisa. Geerarsi gootota Oromoo faarsu: sirna ummata Oromoo miidhaa ture balaaleffachuuf, diddaa gabrummaa agarsiisuuf, aarii yookiin quuqaa garaa qaban baasuuf kan geeraramuu dha. Kana malees gootummaa ummatichaa mul’isuun hamilee labata ammaa kakaasuu, dabeessa jajjabeessuu, enyummaa ofii akka beekan ummaticha dadammaksuu fi dhaloota haaraa ittiin barsiisuuf kan geeraramaa turee dha. Iddoon itti geeraramaa tures iddoo waraanaatti yoo ta’u aanaa Barbaaree keessa, Aanota ollaa kan akka Dalloo Mannaa, Madda Walaabuu fi kan kana fakkaatan fa’i yoo ta’an qawwee janaaddee fi dhoombir qabatanii kan geeraran ta’uu odkennitoota keessaa kanneen qabatamaan waraana bara janaaddee irratti hirmaatanirraa argameera.Yeroo ammaa kana garuu geerarsi gootota Oromoo faarsu, kan bal’innaan hin mul’anne fi hurrubbummaa isaas gadi dhiisaa kan jiruu dha. Kan biraa sababa amantii irraa kan ka’e hafaa waan jiruuf abootiin amantii akkaataa inni amantiin walitti hin buune irratti akka barumsa kennaan osoo ta’ee gaarii dha. Hayyoonni Oromoollee gama kanaan gahee isaanii bahuu qabu. Dhaloonni har’aa abbootii fi maanguddoota irraa walitti qabee geerarsi kun akkaataa duriitiin akka turu fi akka dagaagu dirqama ofii bahuu qaba.Barsiisonni “ Gumii Dagaagina Afaanii fi Aadaa Oromoo” keessatti barattoota hirmaachisuun shaakalsiitu irra jiraata. Kana malees dhaloonni ammaa qorannoo bal’aa irratti geggeesuu irra jiraata. Waajjirri Aaadaaf Tuurizimii Oromiyaa, kan godinaa fi kan aanaa hawaasatti gadi bu’uun geerarsa kana guuranii; galmeessanii; dhaloota itti aananiif dhaalchisuu qabu. Walumaagalatti Oromoonni hunduu gahee irraa eegamu bahuu qabu.   1</dc:description>
  <dc:identifier>https://zenodo.org/record/10663</dc:identifier>
  <dc:identifier>10.20372/nadre:10663</dc:identifier>
  <dc:identifier>oai:zenodo.org:10663</dc:identifier>
  <dc:relation>doi:10.20372/nadre:10662</dc:relation>
  <dc:relation>url:https://nadre.ethernet.edu.et/communities/mwu123-un</dc:relation>
  <dc:rights>info:eu-repo/semantics/openAccess</dc:rights>
  <dc:rights>http://www.opendefinition.org/licenses/cc-by</dc:rights>
  <dc:title>QAACCESSA AF WALALOO GEERARSA OROMOO BAALEE: XIYYEEFFANNAA AANAA BARBAREE</dc:title>
  <dc:type>info:eu-repo/semantics/doctoralThesis</dc:type>
  <dc:type>publication-thesis</dc:type>
</oai_dc:dc>
0
0
views
downloads
All versions This version
Views 00
Downloads 00
Data volume 0 Bytes0 Bytes
Unique views 00
Unique downloads 00

Share

Cite as